Mootummaa fi hoogganoota TPLF gidduu ‘mariin itti fufee jira’- Hooggantuu UN
Share/Qoodi moreMootummaa Itoophiyaafi hoogganoota TPLF gidduu ”mariin itti fufee jira” jedhan barreessitu itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad. Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf Finfinnee kan turan aadde Amiinaa Mohaammad, tibba kana naannolee waraana Kaaba Itoophiyaan miidhaman-naannoo Amaaraa, Affaariifi Tigraay daawwachaa turan. Turtii isaanii kanaanis hooggantoota TPLF waliin Tigraayitti, aanga’oota naannolee Affaariifi Amaaraa akkasumas mootummaa federaalaa waliin mariyataniiru. …
Mootummaa fi hoogganoota TPLF gidduu ‘mariin itti fufee jira’- Hooggantuu UN Read More »