Artist Dani’el Gammadaa Tika Mootummaatiin Ukkaamfamr

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  

Artistii Diraamaa Dheeraa ‘Karadeemaa’ maqaa jedhuun kan beekamu Artisti Daani’eel Gammadaa, Sanbata kaleessaa magaalaa Finfinnee keessaa Poolisoota Humna Addaa Oromiyaatiin  butamuun himame