Day: November 6, 2021

Manni Maree Nageenyaa UN, waraanni atattamaan akka dhaabatu’ waamicha godhe

Share/Qoodi

6 Sadaasa 2021 Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii marii dhimma waraana Itoophiyaarratti gaggeesseen sagalee tokkoon waraanni atattamaan akka dhaabbatuufi waliigalteen dhukaasa dhaabuu waaraan akka raawwatamau gaafate. (OROMOTV) Manni Maree Nageenyaa dhimma Itoophiyaarratti irra deddeebiin marii kan gaggeesse ta’us miseensonni mana marichaa aangoo guddoo qaban gidduutti ejjannoon walfakkaataan waan hin turreef ibsa waloollee baasuun hin …

Manni Maree Nageenyaa UN, waraanni atattamaan akka dhaabatu’ waamicha godhe Read More »