ODUU

Oduu afaan Oromoo

Gaafiif Deebii Ob. Odaa Tarbii Dubbi Himaa WBO

Share/Qoodi

Gaafiif Deebii Ob. Odaa Tarbii Dubbi Himaa WBO

Manni Maree Nageenyaa UN, waraanni atattamaan akka dhaabatu’ waamicha godhe

Share/Qoodi

Share/Qoodi     more6 Sadaasa 2021 Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii marii dhimma waraana Itoophiyaarratti gaggeesseen sagalee tokkoon waraanni atattamaan akka dhaabbatuufi waliigalteen dhukaasa dhaabuu waaraan akka raawwatamau gaafate. (OROMOTV) Manni Maree Nageenyaa dhimma Itoophiyaarratti irra deddeebiin marii kan gaggeesse ta’us miseensonni mana marichaa aangoo guddoo qaban gidduutti ejjannoon walfakkaataan waan hin turreef ibsa waloollee baasuun hin …

Manni Maree Nageenyaa UN, waraanni atattamaan akka dhaabatu’ waamicha godhe Read More »

Akeekkachiisa Imala Gara Itiyoophiyaatti Geggeessamu Ilaalchisee Ministriin Dhimma Alaa Kenne

Share/Qoodi

Share/Qoodi     moreAkeekkachiisa Imala Gara Itiyoophiyaatti Geggeessamu Ilaalchisee Ministriin Dhimma Alaa Kenne (OROMOTV) Ministriin dantaa alaa Yunaayitid Isteetis akeekkachiisa imalaa kennee jira. Sababaa walitti bu’iinsa waraanaa, jeeqama biyya keessaa, quunnamtiin addaan cituu, yakkaa fi tarii immoo shorokeessummaa fi naannolee daangaatti namoota butanii fudhachuun jiraachuu maluuf lammiiwwan isaa gara Itiyoophiyaatti akka hin imalle akeekkachiisee jira. Lammiiwwan Yunaayitid Isteetis …

Akeekkachiisa Imala Gara Itiyoophiyaatti Geggeessamu Ilaalchisee Ministriin Dhimma Alaa Kenne Read More »