ODUU

Oduu afaan Oromoo

(Amboo) Hiriira Mormii Barattotaaf Qeerroo Magaalaa Amboo

Share/Qoodi

Share/Qoodi     more Barattoonni Mana Barnoota Sad.2ffaa fii Qeerroon Magaalaa Amboo Guyyaa Arraa Hiriira Mormii Jabaa Gaggeeysanii Jiran. Qeerroo Amboo Hiriira Kana Irratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo Haqni Hiriira Kanarratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo “Hanga Haqaa fii Gumaan Art. Hacaaluu bahutti Oromoon Callisee hin taa’u, Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Akka Hiikamanii fii dhaadannoollee biroo jajjabduu dhageeysisanii Jiran.

Ethiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’

Share/Qoodi

Share/Qoodi     moreEthiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’ IMAGE COPYRIGHTKITILAA GUDDATA The shooting dead of Kitilaa Guddata has left his family in shock. The 32-year-old high school teacher was among the latest casualties in the conflict between government forces and rebels in Ethiopia’s Oromia region. The violence centres around demands by an insurgent group …

Ethiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’ Read More »

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman.

Share/Qoodi

Share/Qoodi     moreHogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan. Hogganaa Bobbii Humna Ittisaa Itoophiyaa kan tahan Birgeder Jeneraal Tasfayee Ayyaaleew Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF olaanoon afur ajjeefamuun gariin to’atamuu himan. Oppiresshinii barbaacha hoggantoota TPLF gaggeefamaa jiruun …

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman. Read More »