Galmi keenya xumuraa Finfinnee qabachuudha’ – Ajajaa Ittaanaa WBO
”Hiree uummata Oromoo kan murteessu nuyi osoo hin taane, uummatuma Oromooti,” – Gammachuu Abbooyyee
Wayita xiyyeeffannoon addunyaa waraana kaaba Itoophiyaatti adeemaa jirurratti tahe kanatti, Waraanni Bilisummaa Oromoos (WBO), mootummaa Itoophiyaa kuffisuuf jecha finciltoota TPLF wajjin waliigaltee uumeera.
Gabaasa viidiyoo addaa gaazexessituun BBC Kaatiriin Baayiruhaangaa qindeessiteen, hidhattoota kanneen bakka jiranitti deemuun akkasiin dubbistee jirti.
Kaayyoon garee kanaa maali kan jedhuufi kaanirrattis ni dubbatu.
Viidiyicha daawwadhaa