Akeekkachiisa Imala Gara Itiyoophiyaatti Geggeessamu Ilaalchisee Ministriin Dhimma Alaa Kenne
Share/Qoodi moreAkeekkachiisa Imala Gara Itiyoophiyaatti Geggeessamu Ilaalchisee Ministriin Dhimma Alaa Kenne (OROMOTV) Ministriin dantaa alaa Yunaayitid Isteetis akeekkachiisa imalaa kennee jira. Sababaa walitti bu’iinsa waraanaa, jeeqama biyya keessaa, quunnamtiin addaan cituu, yakkaa fi tarii immoo shorokeessummaa fi naannolee daangaatti namoota butanii fudhachuun jiraachuu maluuf lammiiwwan isaa gara Itiyoophiyaatti akka hin imalle akeekkachiisee jira. Lammiiwwan Yunaayitid Isteetis …